Episodes
under hpel --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Published 08/17/23
Published 08/17/23
Irraa Haa Barannuu. -----⚖️==== godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii mooraan isaa eggumsaaf jecha meshaa gatii qaalii taen nageenya xiyyaara qubatuufii balali'uf jecha akkasumas nagenya waa maraa dhabbatich kessattii argamuuf kan taasifamuuf turee. Haa ta'u malee himatamaan maqaan isaa Sabsiboo Tijjaanii AbbaaGiddii jedhamuu Gaafa guyyaa bitotessa 29 bara 2015 halkan keessaa sa'atii 10:00 yommuu ta'u sibila dallaa angil...
Published 05/20/23
Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har'atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagantaa odeessaaletin Odeessalee kenya har'aatin --- Waltajjii Leenjii fi Mari Gamaggama Karoora Raawwii Hojii kurmaana 1ffaa waajjira abbaa alangaa godina jimmaa sadaasa sadifii afur guyyoita lamaaf taasifamee haala gaaridhaan golabamuu isaa. Himatamaan Birhaanuu abbaa jabal jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa qarsaattii raawwateen hidhaa...
Published 11/18/22
Sagantaan keenya har'aa yaadaannoo Artisrii kabajamaa Dr Ali Birraatiif haa ta'u jechaa sirboota Dr Alii Birraa kan durii fi ammaa isin affeerraa. Tajaajila FM Podcast Wajjira Abbaa Alangaa Goodina Jimmaa. www.waagjfm.mhaagj.org --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Published 11/11/22
Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Published 11/05/22
Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa'ee tamsaafamu yommuu ta'u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaalee dhadachaa wajjiraalee abbaa alangaa aanaa godina jimmaa jalattii murtoo argatan, odeessaallee haala tajaajila waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dabalatee odeeffannoo seeraa addaa addaa kan isin biraan genyu ta'a. Dabalata kanaan qophii addaa kan hubannoo seeraa kessan isinif gabbisu isinif qopheessinee jirraa. Qophilee kenya akka boohartanif jecha...
Published 09/16/22
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm...
Published 03/29/22
bu’uura Labsii lakk.214/2011, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Hundeessuuf baheen aangoofi gahee hojii Mana Hojichaa gama qorannaa yakkaa gaggeessuu, qorannaa yakkaa hoogganuu fi Galmee qorannoo irratti bu’uura seeraatiin Murtii kennuun ifaan taa’ee jira . seera Deemsaa Falmii yakkaa biyya keenyaa jalatti gahee Abbaa Alangaa galmee qorannoo waliin walqabateee murtii kennuu akka danda’u .Akkasumaas JBAH dhimmoota yakka adda addaa irra deebiin qoratamee bahe jalattiis Gaheen abbaa...
Published 03/16/22
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii. --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Published 01/10/22
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ; · Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.? · Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen...
Published 01/05/22
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii? Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa’a ? Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa...
Published 01/01/22
የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከፍተኛ የሕግ ባለሙያዎችን በአባልነት ያካተተ የዳኝነት ሥርዓት አማካሪ ጉባኤ ረቂቁ ተዘጋጅቶ በፌደራል ፍርድ ቤቶች አመራሮች፣ በሕግ ባለሙያዎች እና በሕዝብ ተሳትፎ ዳብሮ ከሁለት አመታት ቆይታ በኋላ ጥር 13 ቀን/ 2013 ዓ.ም በሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ጸድቋል። ይህ አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ከነባሩ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ ቁጥር 25/88 እና ይህን አዋጅ ካሻሻሉት ሌሎች አዋጆች ቁጥራቸው 138/1991፣ 254/1993፣ 321/1995 እና 454/1997 ከሆኑት አዋጆች ምን የተለየ አዲስ ነገር ይዞ መጥቷል? እንዲሁም ለአዳዲሶቹ...
Published 08/18/21
Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isaa maalii --- Send in a voice message: https://anchor.fm/mhaagj/message
Published 06/24/21
Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu) Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu immoo waantoota baay’ee fooyyeessaa itti dabalaa irraa hir’isaa bakka galma isaa gaha jechuudha. Akkuma dhimmoota biroo adeemsi armaan oliitti taa’e seeraafis kan tajaajilu ta’a.Sababa kanaatin seerotni adda addaa yeroo adda addaa dhimmoota garaagaraa irratti yommuu...
Published 06/01/21
wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa. sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee. www.mhaagj.org  seensa Tamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta’uu bakka namoonnii baay’een argamanitti xuuxuun rakkoo fayyaa kan qaqqabsiisu ta’uu odeffannoon madda adda addaa irraa argamuu ni mul’isa(muldhisa).Kana qofaa osoo hin taanee waraqaawwan tamboon itti samsamamu irratti barreeffamni tamboon du’aaf nama saaxilaa, tamboon dhibeewwan kaansariinama qabsiisa...
Published 05/31/21
Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isiniif dhihaatuudhaa. MHAAGJ
Published 05/25/21
Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu wajjin turaa
Published 05/25/21
Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee.
Published 04/07/21
Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa.
Published 03/26/21
Nuho gobana yagalana jiruu
Published 03/23/21
Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice.
Published 03/23/21
Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa jiruu galmaan nu geessisaa? sagalee tamsaasa kana dhaggeffadhaa
Published 03/20/21
Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa
Published 03/20/21
Sagalee tamsaasa yaalii mhaagj kana dhageffachun fm kenya sher godhaa. Sagalee fm mana hojichaa argachuf anchorfm/fm_mhaagodinajimmaa search godhaa.
Published 03/19/21