Understanding Australia’s precious water resources and unique climate - Qabeenya bishaanii gati-jabaa fi haala qilleensaa addaa Australia hubachuu
Listen now
Description
Australia is the driest of all inhabited continents with considerable variation in rainfall, temperature and weather patterns across its different climate zones. Here's why this vast land boasts one of the planet's most unique climates. - Awustiraaliyaan ardiilee jiraattota hunda keessaa gogiin kan beekamtu yoo taatu, qilleensaa adda addaa naannoo ishee keessattis waggaa waggaadhaan rooba, ho’aa fi haala qilleensaa gurguddaan wal jijjiiru.Qilleensa adda tahe qabaachuun Australia adda taasisa.
More Episodes
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan...
Published 11/06/24
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa...
Published 11/06/24