Episodes
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan fooyyeffachuuf isin gargaara.
Published 11/06/24
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa galchachuu tarii qalbii jeequu danda'a. Australia keessatti sobbooqa ilaalchisee yaadota bu'uuraa tokko tokko akkasumas adeemsa iyyatnoo galchachuun of keessaa qabuu fi gargaarsa mootummaaf tarii gahaa...
Published 11/06/24
Learn how to describe social team sports and choose one that is right for you. - Spoortii garee hawaasummaa akkamii akka jiran ibsuu baradhu, kamtu akka siif tahus filadhu. Waliin dubbannaa kana keessa afaan inglishii hedduu fooyyeffatta.
Published 10/30/24
Australia's warm climate offers an abundant supply of solar energy year-round, making solar power an increasingly significant contributor to the nation's electricity supply. Learn what the requirements are for installing solar power systems in your home. - Haalli qilleensaa ho’aa Australia waggaa guutuu humna aduu baayyee kan dhiyeessu yoo ta’u, waggoota dhiyoo asitti humni aduu dhiyeessii humna ibsaa biyyattii keessatti gumaacha guddaa akka qabaatu taasiseera.Humna aduu ykn solar mana keef...
Published 10/30/24
Learn how to communicate about suspicious messages and scams. - Dhaamsa gowwomsaa ykn Scam irraa waliin dubbachuun achuumaan afaan barattu.
Published 10/23/24
Are you seeking a truly impactful Australian travel experience? Whether you’re seeking wilderness, food, art or luxury, there are plenty of First Nations tourism adventure that you can explore, led by someone with 65,000 years of connection to this land. Not only will you deepen your experience, but you’ll help drive cultural and economic opportunities for First Nations communities. - Muuxannoo imala Australia dhugummaan raajumsaa qabu barbaadduu? Lafa bosonaa, nyaata, aartii ykn qananii...
Published 10/23/24
Learn how to describe cooking at a barbecue. - BBQ yeroo bilcheeffatan akkaataa waliin dubbatan, achumaan afaan wal irraa baratan.
Published 10/16/24
Did you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba amma talaalliin ittifamuu danda'uun du’aaf akka saaxilaman beektu? Sagantaan talaallii Australia...
Published 10/16/24
Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu.
Published 09/04/24
Understanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha.
Published 09/04/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow). - In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow).
Published 08/27/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /r/ and /v/. - Barmoota daqiiqaa shan keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuun akkaataa loqoda itti waa yaamtanii fooyyeeffattu. Akeeki barmoota kanaa akkaataa /r/ and /v/ fayyadamtan barattu.
Published 08/27/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /l/ and /n/. - Barmoota daqiiqaa shanii kana keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi duukaa bu'uun loqoda akkaataa itti waa yaamtan barattu. barmootni kun akkaataa /l/ and /n/ fayyadamtan barattu.
Published 08/27/24
 Learn how to talk about your dog at a dog park. - Sareen keessan qilleensa gaarii akkuma keessan barbaaddi. Waliin hiriyaa waliin yeroo waa’ee saree keessan fudhattanii deemuu haasoftan afaan Inglishii keessan fooyyeffattu, kan caqastan irraa.
Published 08/21/24
Major regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 2024tti Australia keessatti tahe oomishaalee vaping argachuun daangeffamuu fideera. Tarkaanfiin...
Published 08/21/24
Learn how to talk about news that makes us feel scared or hopeful. - Oduu dhaggeeffatnu keessatti wanneen abdii nuu kennanii fi nu rifaasisan yeroo dhaggeeffatnu maltu nutti dhagahama. Dhaggeeffachuun afaan irraa baradhaa.
Published 08/14/24
Every day, pedestrians across Australia break the law without knowing it. This can result penalties and occasionally accidents. Stay safe and avoid an unexpected fine by familiarising yourself with some of Australia’s common pedestrian laws. - Guyyaa guyyaan guutummaa Australia keessatti namoonni miilaan deeman osoo hin beekin seera cabsu. Kunis adabbii fi darbee darbee balaa fiduu danda’a. Seera miilaan karaa ce'umsaa Australia keessaa hubachuun adaba hin barbaachisfne of irraa ittisaa...
Published 08/14/24
Learn how to talk about your kids when they are a bit challenging. - Ijoolleen isin rakkisuu, waa'ee isaanii akkaataa itti ibsitan baradhaa, afaanis fooyyeffattu.
Published 07/31/24
Observing the cultural protocols of Aboriginal and Torres Strait Islander peoples is an important step towards understanding and respecting the First Australians and the land we all live on. - Pirootokoolii aadaa ummatoota Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander eeguun tarkaanfii barbaachisaa Australiyaanota Jalqabaa fi lafa hundi keenya irra jiraannuu kana hubachuu fi kabajuu dha.
Published 07/31/24
Learn how to talk about the success of athletes during a big sporting event like the Olympic Games. - Yeroo akka spoortii gurguddaa akka Olompikaa kana akkaataa waa'ee taphattoota jajjaboo dubbachuu baradhaa.
Published 07/24/24
Aggressive driving is a continuum of bad driving behaviours which increase crash risk and can escalate to road rage. People who engage in road rage may be liable for traffic offences in Australia, have their car insurance impacted and most importantly put their lives and those of others at risk. Learn about the expectations around safe, responsible driving and what to do when you or a loved one are involved in a road rage incident. - Aariin oofuun amala badaa konkolaachisummaa walitti...
Published 07/24/24
Learn how to ask questions when looking for a home to rent. - Mana kireeffachuu barbaaddan gaafa ilaaluu deemtan maalfaa gaafachuu qabdu? Yoo dhaggeeffattan afaan irraa barattu akkasumas gaaffilee silaa yeroo mana barbaaddattan gaafatuu qabdan ni barattu.
Published 07/17/24
In Australia, 30 June marks the end of the financial year and the start of tax time. Knowing your obligations and rebates you qualify for, helps avoid financial penalties and mistakes. Learn what to do if you received family support payments, worked from home, are lodging a tax return for the first time, or need free independent advice. - Australia keessatti, Waxabajjii (June) 30 xumura bara herrega maallaqaa fi yeroo itti gibira hojjechiisan dha. . Dirqama kee fi waa sii debi''uuf gahaa...
Published 07/17/24
Many common household items such as mobile phones, TVs, computers, chargers, and other electronic devices, including their batteries, contain valuable materials that can be repurposed for new products. Electronic items we no longer use, or need are considered e-waste. Across Australia, there are government-backed programs available that facilitate the safe disposal and recycling of e-waste at no cost. - Meeshaaleen mana keessaa beekamoo ta’an hedduun kanneen akka bilbila harkaa, TV,...
Published 07/03/24