Vaping: prevalence, risks, and helping your teenager quit - Hammeenya vaping fayyaa irratti fiduu fi akkamiin ijoolleen keessan xuuxuu akka dhaaban gargaartu
Description
Major regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 2024tti Australia keessatti tahe oomishaalee vaping argachuun daangeffamuu fideera. Tarkaanfiin waan “dhimma fayyaa hawaasaa guddaa” jedhamee ibsame irratti fudhatame kun dargaggoonni araada nikootiinii kana mo’uuf deeggarsa barbaadan heddummachuu danda’a jedhu ogeeyyiin. Balaa fayyaa irraan gahuu fi karaalee ittiin dargaggoonni akka xuuxuu dhaaban gargaartan baradhaa.
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan...
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa...
Published 11/06/24