Episodes
Haala liqaa baankii qabaachuu irraa dhibee adda addaatti akka hin saaxilamne wanti nanmu eeggachuu qabu baayyeetu jiru, jedha obbo Muleen.
Published 07/03/24
Namni tokko baankii isaa waliin waan wal dubbatee ture irratti waan dabalaa yoo barbaade , ykn dhaamsa karaa hattoota interneetaa itti ergamu ilaalchisee isa mudate baankii isaa itti dhihaatee dubbisuun furmaata argachuu danad’a jechuun nuu hime, obbo Mulee Tizaazuu.
Published 06/26/24
Teaching in Australia offers stable career and professional growth opportunities, making it an attractive field for aspiring educators and career changers. - Australia keessatti barsiisuun carraa guddina hojii fi ogummaa tasgabbaa’aa kan kennu yoo ta’u, barsiisota hawwii qabanii fi jijjiirraa hojii jaallataniif hawwataa dha.
Published 06/26/24
Sharing and describing food that is special to your family and culture. - Nyaata waliin soorrachuu fi nyaata baayyee isiniif adda tahe , ykn aadaa keessan tahe maatii keessatti waliin haasa'uu. Sababa odeeffatnoo kana caqastaniin akkaataa afaan Inglishii itti dubbatan, hubatanii fi Australia keessatti hariiroo nama waliin uummattan irraa barattu.
Published 06/19/24
Embracing their oral traditions, Aboriginal and Torres Strait Islander peoples have used art as a medium to pass down their cultural stories, spiritual beliefs, and essential knowledge of the land. - Duudhaa afaaniin dubbataman qabachuudhaan, ummatoonni Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander, aartii akka giddu galaatti fayyadamuun seenaa aadaa isaanii, amantaa hafuuraa fi barbaachisummaa beekumsa lafaa dabarsaniiru.
Published 06/19/24
Are you an expectant or new parent? You or your partner may experience the so-called ‘baby blues’ when your baby is born. But unpleasant symptoms are mild and temporary. Postnatal depression is different and can affect both parents. Knowing the difference and how to access support for yourself or your partner is crucial for your family’s wellbeing. - Mucaa godhachuuf jedhtuu moo maatii reef haaraa dha? Ati ykn jaalalleen kee yeroo mucaa argattan booda Jijjiirama miiraa isin mudachuu danda'a....
Published 06/12/24
Qophii aaf-gaaffii SBS Afaan Oromoo irraa dabru kana keessatti, barnootni University anaaf filatnoo hin turre, akkan hojjechuu qabu nan beekan ture jedhti Milkaan Alamuu Xilahun. Ani biyya irraa wagga afurittan dhufe, xiqqummaa irraa qabeen barnoota sadarkaa gara garaa keessa dabre. Cehumsa cimaa tahuu danda’a garuu dafee baratama. Australiyaan biyya qabiyyeen barumsaaf gargaaran baayyeen jiran dha.
Published 06/12/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /k/ and /g/. - Barmoota kana keessatti daqiiqaa shan kan hin caalleen Janice Petersen dhaggeeffachuu fi hordofuun loqoda afaan inglishii keessan fooyyeffattu. kaayyoon barmoota kanaa akkaataa itti /k/ and /g/ itti yaaman barattu.
Published 06/03/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh). - Daqiiqaa shan kana keessatti Janice Petersen dhaggeeffachuudhaan loqoda afaanii keessan baayyee fooyyeffattu. Kanneen akka /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh) akkasii akkamitti yaamamu kan jedhu barachuuf isin gargaara. Australia keessatti hojjechuunis tahe jireenyaan afaan inglishii beekuun bu'a qabeessa waan taheef kun...
Published 06/03/24
Obbo Aliyee Galatoo, barnootni akka dirqamaa tokkotti kan ofitti fudhatani dha jedhu. Jireenyi kamuu bu'aa bahii qaba garuu waan tokko akkasan godha, nan danda'a jedhanii yoo ofitti himan waan hin milkoofneef hin jiru jedhu. Namnootni dura jireenya jalqaban warreen boodaan dhufan gargaaruunis karaa dha, namoota hariiroo waliin tolfattu waan daandii keen wal gitu yoo tahe ykn dandii ati itti adeemuu fedhtuun kan wal simu yoo tahe hiriyummaa gati-qabeessas waliin yoo tahe kaayyoo kee bakkaan...
Published 05/29/24
The Frontier Wars is a term often used to describe the more than 100 years of violent conflicts between colonial settlers and the Indigenous peoples that occurred during the British settlement of Australia. Even though Australia honours its involvement in wars fought overseas, it is yet to acknowledge the struggle that made it the country it is today. - Waraanni Daangaa jecha yeroo baayyee waldhabdee jeequmsaa waggoota 100 ol qubsiistota koloneeffattootaa fi ummatoota Abbootii Dachee...
Published 05/29/24
Hawaasni Oromoo Melbourne Caamsaa 9 bara 2024 hiriira nagaa gaggeesseen, ajjeechaan akka dhaabbatu gaafate. Hiriirri kun ajjeechaan falmitoota mirga namoomaa siyaasaa akka dhaabbatu gaafateera. Namni siyaasaa obbo Battee Urgeessaa ganama mana jireenyaa isaanii irraa fuudhamanii daandii irratti du'aani isaanii argame.
Published 05/22/24
In Australia, authorities strongly advise against eating mushrooms that have not been expertly identified or purchased from a supermarket or grocer, as some fungi can be toxic or deadly if consumed. In each State and Territory, rules and regulations vary, and mushroom foraging is not allowed in some areas. - Fangasiin tokko tokko yoo nyaatame summii ykn lubbuu namaa galaafachuu waan danda’uuf Australia keessatti waakkoo, ogummaadhaan adda hin baafamne ykn gabaa guddaa ykn gurgurtaa irraa hin...
Published 05/22/24
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /iː/ and /aɪ/ (sheep and eye) - Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuudhaan loqoda afaanii daqiiqaa shan keessatti fooyyeffattu. Akeekni barmoota kanaa loqoda kanneen akka itti /iː/ and /aɪ/ (sheep and eye) yaaman danda'u taha.
Published 05/09/24
Obboo Iyyaasuu Innooroo, barnootni umuriin hin daangeffamu jedhu. Namootni barachuu yoo barbaadan carraan isaa jira, murteeffachuu, jabaatanii hojjechuudhaan keessa dabrama. Yoo baayyate waggaa 2 - 4 namatti fudhata, yeroof nama dhiphisuu danda'a hojii fi maatii waliin garuu ni jabaata garuu jabaatnaan keessa dabrama jedhu.
Published 05/09/24
Australians have access to a quality and affordable public healthcare system. There's also the option to pay for private health insurance, allowing shorter waiting times and more choices when visiting hospitals and specialists. - Lammiileen Australia sirna eegumsa fayyaa hawaasaa qulqullina qabuu fi gatii madaalawaa argatu. Filmaatni biraas Insuraansii Fayyaa Dhuunfaa fudhachuun yeroo tajaajila mana yaalaa ykn ogeeyyii fayyaa barbaadanitti yeroon eegumsaa gabaabbachuufii danda'a.
Published 05/08/24
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira.
Published 05/01/24
The land holds a profound spiritual significance for Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, intricately intertwined with their identity, belonging, and way of life. - Lafti kun ummatoota Aborigina fi Torres Strait Islander ta’aniif hiika hafuuraa gadi fagoo kan qabu yoo ta’u, eenyummaa isaanii, kan ofii isaanii fi akkaataa jireenya isaanii wajjin haala wal-hidhataa ta’een kan walqabate dha.
Published 05/01/24
“Barnoota sadarkaa ol-aanaatti barachuun fedha akkasumas naannoo ofii ilaaluu gaafata. Namootni naannoo kee jiran yoo baratanii sadarkaa hojii gara garaa irra jiru tahe kun barmoota akka barattu si jajjabeessa. Barnoota barachuun miindaa gaarii argachuu qofaaf utuu hin taane beekumsa horachuun deebiftee ati illee sadarkaa hawaasni kee si barbaadutti tajaajiluu dandeessa. “ Wabii Bechere fi Hawweeraa ummataa.
Published 04/24/24
Australia is the driest of all inhabited continents with considerable variation in rainfall, temperature and weather patterns across its different climate zones. Here's why this vast land boasts one of the planet's most unique climates. - Awustiraaliyaan ardiilee jiraattota hunda keessaa gogiin kan beekamtu yoo taatu, qilleensaa adda addaa naannoo ishee keessattis waggaa waggaadhaan rooba, ho’aa fi haala qilleensaa gurguddaan wal jijjiiru.Qilleensa adda tahe qabaachuun Australia adda taasisa.
Published 04/24/24
Learn how to professionally and politely decline additional workload. - Bakka hojiitti hojii dabalaa ykn humnaa olii yoo sitti kenname, haala kabajaa fi amala gaariin akkamitti hojii ulfaataa kana akka diddu baratta, dhaggeeffadhu.
Published 04/03/24
Bankruptcy can be complicated for many people, as it can bring about feelings of financial shame and stigma. However, it may be the only way to alleviate financial distress in some cases. If you struggle to manage your debts, filing for bankruptcy could be an option. - Kasaaraa labsachuun namoota hedduudhaaf haala wal xaxaa dha, qaanii deegaa fi maqa balleessii uuma. Haa tahu malee, gami tokkoon karaan ittiin dhiphina maallaqaa of irraa itti xiqqeessan kanuma. Yoo liqaa maallaqaa kee...
Published 04/03/24
Ji’i Bitootessaa Ji’a addaa ti. Ji’I Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha
Published 03/27/24
When coming across an advertisement for a job that interests you, understanding the subsequent steps is crucial. Preparing the requisite documentation and comprehending the recruiter's expectations will enhance your likelihood of securing that position. - Hojii barbaaddu tokkoof beeksisa ilaalchisee wanneen murteessoo tahan hubachuu qabdutu jiran. Iyyata hojii barreeffachuun waan sodaachisaa tokko tahuu dandaá garuu kan si qacaru sun maalfaa si irraa eegaa baruun kee carraa hojii argachuu...
Published 03/27/24
Understanding the diversity within the First Nations of Australia is crucial when engaging with Aboriginal and Torres Strait Islander peoples and building meaningful relationships. - Yeroo ummattoota Aborijinaa fi Torres Strait Islander waliin hojjetan, adda -addummaa Saboota Duraa Australia beekuun, hubachuun baayyee barbaachisaa dha.
Published 03/20/24