Baby blues or postnatal depression? How to help yourself and your partner - Jijjiirama miiraa moo Daafirummaa dahumsa boodaa? Akkamiin abbaa ykn haadha warraa ofii gargaaru?
Description
Are you an expectant or new parent? You or your partner may experience the so-called ‘baby blues’ when your baby is born. But unpleasant symptoms are mild and temporary. Postnatal depression is different and can affect both parents. Knowing the difference and how to access support for yourself or your partner is crucial for your family’s wellbeing. - Mucaa godhachuuf jedhtuu moo maatii reef haaraa dha? Ati ykn jaalalleen kee yeroo mucaa argattan booda Jijjiirama miiraa isin mudachuu danda'a. mallattooleen namatti hin tolle kun giddu galeessa akkasumas yeroof tahuu mala. Daafirummaan dahumsa boodaa lameen abbaafis tahe haadhaaf adda adda, Maatii naga-qabeessa qabaachuuf, lameen keessanuu miira kana garaagarummaa isaa hubachuun akkamitti gargaarsi akka isinii argamu beekuun baayyee barbaachisaa dha.
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan...
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa...
Published 11/06/24