Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo
Description
Obbo Aliyee Galatoo, barnootni akka dirqamaa tokkotti kan ofitti fudhatani dha jedhu. Jireenyi kamuu bu'aa bahii qaba garuu waan tokko akkasan godha, nan danda'a jedhanii yoo ofitti himan waan hin milkoofneef hin jiru jedhu. Namnootni dura jireenya jalqaban warreen boodaan dhufan gargaaruunis karaa dha, namoota hariiroo waliin tolfattu waan daandii keen wal gitu yoo tahe ykn dandii ati itti adeemuu fedhtuun kan wal simu yoo tahe hiriyummaa gati-qabeessas waliin yoo tahe kaayyoo kee bakkaan geessas jedhu.
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan...
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa...
Published 11/06/24