Understanding the profound connections First Nations have with the land - Walitti dhufeenya gadi fagoo Saboonni Duraa lafa waliin qaban hubachuu
Description
The land holds a profound spiritual significance for Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, intricately intertwined with their identity, belonging, and way of life. - Lafti kun ummatoota Aborigina fi Torres Strait Islander ta’aniif hiika hafuuraa gadi fagoo kan qabu yoo ta’u, eenyummaa isaanii, kan ofii isaanii fi akkaataa jireenya isaanii wajjin haala wal-hidhataa ta’een kan walqabate dha.
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan...
Published 11/06/24
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa...
Published 11/06/24