Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
Listen now
Description
Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas  daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO 2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkummaan sabni akkamiin of keessaa buqushaa 3. Olola miidiyaa tiin balbala galaanaa arganne jechuun BILXIGINNAAN xooxessituu fi rakkinoota ololli kuni qabatee dhufu 4. Dantaan Oromoo akka sabaa fi uummataattii akkasumas akka OROMIYAA tti maal taha jedhamuu qabxiilee biroo irratti marii dheeraa taasisan. caqasaa  nu deeggaraa. Support the show
More Episodes
Support the show
Published 04/23/24
Published 04/23/24
Egeree OROMIYAA  Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu...
Published 04/04/24