Sagantaa fm waagj 21/07/2014
Listen now
Description
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm kennun akka adunyaattii sadarkaa 1ffaa hanga 20 jiran hunda irrattii kan tamsaafamuu ta’u isin beeksiisna. haaluma kanaan tamsaasa Kenya hundumaa Dhaabbilee beebbekamoo kan akk fm apple podcast, itunesn spotify, amazon, radio public, google podcast fi kkf jalattii nu argachu kan dandessan yommuu ta’u tamsaasa Kenya dhageffachuuf waagj fm ykn jimmaa attorney fm jechuun google gochuu qofaadhaa. sana booda tamsaasni Kenya waebsaayiti wajjira kenyaa dabalatee marsaritiilee 20 caalan jalattii isini waan dhufuuf akka feedhii kessanii filachun tamsaasa Kenya dhageffachaa hubannoo kessan gabifachuu dandessuu yommuu isinin jeennuu qophilee Kenya haala nama boharsiisuun qindessinee waan isini genyuufii. visit Sagalee FM Waajjira AA Godina Jimmaa. Jiimma Zone Attorney FM Podcasting Site  https://waagjfm.mhaagj.org/  dhaggeffattoota Kenya wa’e fm waagj hangana yoo isin jeennee gara ijoo sagantaa Kenya har’a isinif ibsuuttii sienna. haaluma kanaan  sagantaa Kenya isa har’atin qophi hubannoo seeraa walta’insa Abbaa alangaa waligala federaalaafii faanaa prodcasting corporate deggarsa maallaaqaa USAID itiyophiyaattii justice activitytin dhihaatuu kessaa sagantaa ijoo kenninsa tajaajila abukaatummaa irrattiifii labsi seera bulchinsa federaalaa dhihenyattii bahee ilaalchisee sagantaa qophaa’ee isinin geenya jecha sirba haaraa andualam goosaa Gumgumee jedhuu kana isin affeerree kallattiidhaan  qophaa’ee isinin genya nu wajjin turaa jechaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
More Episodes
under hpel --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Published 08/17/23
Published 08/17/23
Irraa Haa Barannuu. -----⚖️==== godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii mooraan isaa eggumsaaf jecha meshaa gatii qaalii taen nageenya xiyyaara qubatuufii balali'uf jecha akkasumas nagenya waa maraa dhabbatich kessattii argamuuf kan...
Published 05/20/23